Iyyannoo Riqicha Sunnaah
Qophiin kun namoota bultii hin ijaarin, kan if duraaf karoora qabaniif qophaahe. namni bultii jaaruu fedhu, waan gaafii itti tahe ykn waan gorsa addaa irratti barbaadu nuuf erguu mirga qaba. akkuma qophii dhaddacha jaalalaa qophii kanaafis eenyummaa ofii ibsuun barbaachisaa miti. ulaagaan barbaachisu guddichi dhugaa dubbachuudha.