Gaafii Fatwaa

Namni gaafii fatwaa gaafachuu fedhu hundi waan gaafii itti tahe gama keenya erguu mirga qaba. nutis gaafii nutti ergame ulamaa'iif dhiheeysinee, deebisaa ulamaa'ii irraa arganne nama gaafateef deebisna. namoonni gaafii ergatan haalaan heddu waan tahaniif, namni gaafii gaafatu deebisaa argachuuf xiqqoo turuu dandaha. 

Article Details

Article ID:
4
Category:
Views:
143
Rating (Votes):
(19)

Related articles