Haala kamiin Nuuralhudaa gargaaruu dandaha?

Nuuralhudaa gargaaruuf karaan irra filatamaan miseensummaadha. namni miseensa tahe baati baatiin mallaqa xiqqoo Nuuralhudaaf gumaachuu dandaha. kana gochuuf tooftaa asii gadii fayyadami. 

1. Buy me a coffee bani 

2. Filannoowwan jiran sadan keessaa kan barbaadde filadhu

3. Email kee itti katabi

4. Bakka Name or twitter jedhutti maqaa kee katabi

5. Bakka say something nice jedhutti biyya irraa nu gargaarutti jirtu katabi

6. Join jedhiin

7. Lakkofsa kaardii keetii itti katabi. guyyaafi bara expire itti tahu, akkasuma CVC kaardii kee gama boodaatiin jiru, lakkofsa dijiitii 3 itti katabi. yoo zip code si gaafates itti guutii Pay jedhiin. 

Buy me a coffeen kafaltii akkaan tiyfamaa tahe fayyadama. icciitiin kee tokkos gama keenya hin ergamu. mallaqa kee qofatu nu dhaqqaba. 


Article Details

Article ID:
1
Views:
103
Rating (Votes):
(1)